Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 7:4 - KITAABA WAAQA

4 Aka inni gudda inagartaniyu? Abrahamuuni, abbaani keenna guddaani qooda kud'anneeso, ka waan inni boojie ch'ufa, kenneefi.

Gade chapit la Kopi




Ebrania 7:4
9 Referans Kwoze  

Waaqa gudda ka nyaapa kanke ch'ufa si dabsachiise ha faarsani! Abramuuni hori nyaapa iraa deebise Melkizedeki qoode.


Oboleyaani tiyya, anini waan jaarsa Daudi qulqulleese isaniti dubbachu male. Inni ya due awaalani, awaali isaa haga guyya kanale arma fulla teenna jira.


T'aafiini ta, Abrahamuuni Waaqa d'ugefate, duuba maro d'ugefacha isatiifi d'uga isaa heregani jettu ya guutamte. Waaqileeni, Jaala kiyya isaani jed'e.


Anini ilmaani guddo sii kenna, ta gosa guddo taatu. Anini si eebise maqa dansa sii kenna, aka maqa kanketiini namaa eebisani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite