Ebrania 6:1 - KITAABA WAAQA1-2 Tanaafi barsiisa qara ta Kristo lafa d'aamne, dura deemne ta hagasi ira jajabdu barachuu malle. Nu waan yayaba d'ugefacha teenna deebine keyannufi inqamnu; ta aka huji woma imbaane iraa deebiitifa Waaqa d'ugefacha fa barsiisa waan batisotiifi ta harka ira kayanifi kaisa nama duetiifi qorsuma hegeri d'uftu. Gade chapit la |