Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 5:13 - KITAABA WAAQA

13 Wonti akanatiifi nami harma hod'u ammalle ijoolle, d'arafi d'uga gargari imbeekhu.

Gade chapit la Kopi




Ebrania 5:13
15 Referans Kwoze  

Aka ijoolle d'io d'alatte taha, nama hojja ch'ufa aanani qulqullo ka lubbuti beelau, aka eegi d'uddani gugurdattani baafamtani.


Herega keesani keesa aka ijoolle intahiina, oboleyaani tiyya; waan hameennati ijoolle taha, ammo herega keesani keesati nama gudda taha.


Wonti akasitiifi t'aafiini ch'ufti hafuura Waaqaa qabdi ammalle wo baati, isi d'ugani barsiisani, wollaalaani gorsani, qajeelaani garsiisani, waan jireenna dansaatiini barsiisani,


Worri waan kiyya gungume waan jed'u, Nami kunini eenu barsiisu fed'a akana taha isi? Eenuti dubbi isaa tana jalaa qaba? Ijoolleeni didiqooni d'io harma iraa d'owanileeni dubbi isaa tana jalaa inqabdi?


Iti deebine ijoolle d'awaani galaana d'od'ooftu intaanu yokhaani ta barsiisaani nama d'ara ch'ufti chochooftu intaanu, ka malteeni nama d'ibi kara ira gorsu.


Taatule oboleyaani, anini qara aka nama Lubbu Waaqa qabuti dubbad'u isaniti dubbachu dad'abe; ammo aka nama nafa gula deemu isaniti dubbad'e, aka ijoolle Kristo keesa.


Hujiini wollaala namatiini murani waan guddo, ammo hujiini namaani, Wollaala inqabdu jed'ani hagasira guddo.


Gaafa anini ijoolle hasaa kiyyafi herega kiyyafi hubachaani tiyya ta ijoolleeti ammo amma anini nama gudda, waan ijoolluma la keesaa bahe.


Ilti tiyya ya baafama kanke eegaa d'at'e ufi jibbaatte, qarqaarsa atini naa kakhate.


D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami aka ijoolle ufi tolche Finna Waaqa imfud'anne diqole inargatu.


Hojja suni Yesoni waan jed'e, Anini galata sii deebisa, Ee Aabbo, Abba lafafi gubba, waan atini waan kana worra qalbi qabuufi worra wo barate d'ossite ijoolle didiqoti mullifteefi.


Ammalle aka daalle qajeelchite nama wo imbeennele barsiiftu imbeeta. Ammalle aka Seera keesa hubachaafi d'ugaani jirtu imbeeta.


Wonti akanatiifi nami nagaya isa fuud'u ch'ufti waan hamtu inni tolchu isa woliini qoodata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite