Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 4:5 - KITAABA WAAQA

5 Ammalle waan dubbi tana dubbatani, Worri kuni haguma jiru boqota anini worraa kurfeese inargatu!

Gade chapit la Kopi




Ebrania 4:5
3 Referans Kwoze  

Tanaafi anini dallane, kakhad'e waan jed'eeni, worri kunini boqota anini worraa kurfeese haguma jiru inargatu.


Nu, worri d'ugefate, olseenne Waaqa woliini boqonna. Akuma inni jed'e, Anini dalane kakhad'e waan jed'e, Worri kuni haguma jiru boqota anini worraa kurfeese inargatu. Ato hujiini isaa ta duri ta uumama hobaatele inni waan kana la dubbate.


anini dalane kakhad'e waan jed'e, Worri kuni haguma jiru boqota anini worraa kurfeese inargatu!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite