Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 4:15 - KITAABA WAAQA

15 Qaalluuni keenna guddaani nama laafinna keennaa nahu diduniti; ammo nu qaallu gudda, ka akuma keenna kara ch'ufaani ilaalatani, ammo daba intolchiini qamna.

Gade chapit la Kopi




Ebrania 4:15
20 Referans Kwoze  

Kristoni daba inqabu, ammo Waaqi maro teennaafi isaa daba tolche aka nu maro Kristotiifi d'uga Waaqa argannu.


Isani imbeetani, Kristoni aka daba ch'ufa fud'atuufi d'ufe, ammo dabi isa keesa injiru.


Inni taka daba intolchine, yokhaani nami tokoleeni isa d'ara dubbatu ind'ageenne.


Yesoni duuba Qaallu Gudda, ka fed'i teenna ch'ufa nuu guutu! Inni qulqullo, wollaalafi daba tokole inqabu; isa ya worra ch'ubbutiini gargari basaani, gubbati olgeesani.


Tanaafi d'ugefacha teenna jabeesu male. Nu qaallu gudda ka fuula Waaqa dura seene qamna — Yeso, Ilma Waaqa.


Nama daallefi ka wollaala tolchu obse gorsu dandaa, waan innileeni laafinna qabuufi.


Isani kana keesa eennuti anaa daba tolchu taka arge? Yo ani d'uga dubbad'e, isani maafi na ind'ugefanne?


Ato inni takaa wollaala tolche d'ara indubbatinile, worra ch'ubbu woliini isa awaalani dureeyyi woliini isa irreesani.


Isani yayu na woliini teetani ilaalacha tiyya ch'ufa keesa.


Haga bulti afurtama Sheet'ani isa ilaalate, inni haga suni ch'ufa sagale male tae. Duuba guyyaani hobaanaani guddo beelae.


Ee Israeli, anini akami dandae isani lakisa? Yokhaani akami lafa isani buuse isani biraa deema? Anini akami dandae aka Adma balleesani isani balleesa, yokhaani aka Seboimu tolche isani tolcha? Garaani kiyya ee naani injed'u, jaalalti anini isani jaalad'u guddo jabdu.


Keessuma indabsina; d'iba keessumaa imbeetani, wonti akanatiifi isanileeni lafa Misiriti ya keessuma taatani.


Inni ilaadu melatte inch'absu, yokhaani ifse aartule ind'aamsu, haga d'uga dabsachiisuuti.


Jennaani Lubbuuni Yeso lafa aloo geesite, aka Sheet'ani ilaalatu.


Waan seeri maro laafinna nafatiifi tolchu dad'abe, Waaqi ya tolche. Inni daba nafa nama keesa jiru wollaala iti mure, Ilma ufi erge, ka nafa namatiini d'ufe sorio daba balleesitu tahe.


akasuma Kristole maro toko sorio baasani, aka daba nama heddu baasu. Inni maro lameesole indeebia, aka daba balleesuuniti, ammo aka worra isa eegatu baasu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite