Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 12:11 - KITAABA WAAQA

11 Hojja nu qajeelchani waan nu lalefachiiftu fakaatti, nu ingammachiiftu. Ammo eegi suni, worri akana qajeelchani mid'aani nagaya ka jireenna d'uga argata.

Gade chapit la Kopi




Ebrania 12:11
20 Referans Kwoze  

Gaargali diqaani, ka yoosu hobau, ka nu qamnu kunini eegi tana guddinna hegeritiini nu d'ufa, ka gaargala suni ira jiru.


Maro waan kanatifi gammada, ato amma tana maro gaargala heddu isani argattani lalefattanile.


Abbootiini teenna ta lafa haga diqa toko, fed'i worra gula, nu qajeelchite, Ammo Waaqi maro wonti kuni ira nu jirtuufi tolcha, aka nu qulqullooma isaa qoodannu.


Inni ya aka male na gaaragalche, ammo lubbu na inijeemne.


Waan nami ch'ufti d'uga gula deemuufi, lafti nagayafi finna dansa argatte, wonti ch'ufti tolti.


Ilmaani tante ato isiini didiqootu qajeelchi, adaba dansa barsiisi, yo akasi tolchu baate isiini hammaatte badi.


Nami Seera kanke jaalatu nagaya gudda qaba, wonti worra gufachiisa injirtu.


Yo atini waan hamtu tolchite, d'iba guddati siti d'ufa; nami qajeeluma didduleeni indua.


Ammo sagaleeni jajabduuni ta nama gugurdati, ka hubacha argate waan dansaafi hamtu gargari beekhu.


Wonti akanatiifi Finni Waaqa waan nyaatani d'uganiiniti, ammo d'ugaafi nagayafi gammada Lubbuuni Qulqullooni namaa kennitu.


anini maro ch'ubbu worraatifi worra uleeni d'aane, maro wollaala isaanitifi worra lichooni gaargalcha.


Worri waan tokole imillatu, nad'eeni male, sabdooma worraa ka gara daba haguma jirani inquufsani. Worri nama laafa ch'ufa t'urura keesa buusa. Onneeni worraa ya sabdooma baratte, tanaafi worri abaarsa Waaqa qaba.


AABBO Waaqi worra Misiri ingaargalcha, ammo eege infayyisa. Worri isati deebie, inni kad'acha worraa d'agayeefi worra fayyisa.


Amma galata dabsachaati na eegata, ammo sure d'ugaa ta Aabbooni jaallabi d'ugaa guyya suni naa kennuti na eegata, na ch'allaaniti ammo worra jaalalaani d'ufiisa isaa eegu ch'ufa.


Waan Ishmaeliini ilma isaa taateefi, wonti kuni Abrahamu garaa d'iibde.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite