Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 11:7 - KITAABA WAAQA

7 D'ugefachati Nuhu gorsa Waaqa ka ilaani ingarre, ka hegeri taha, d'ugefachiise. inni dubbi Waaqa ch'aqase, hobolo ta keesati isaafi worri isaa bahe ijaare. Kara kanaani inni wollaala lafati mure, d'uga d'ugefachaani d'uftu argate.

Gade chapit la Kopi




Ebrania 11:7
41 Referans Kwoze  

Jennaani Waaqi waan Nuhuuni jed'e, Anini la buufad'e, aka nama ch'ufa balleesu; wonti akanatiifi lafti ya hammaatte, nami wolhad'e wolsaame, tanaafi worrafi lafale imballeesa.


Lubbuuni tuni ta worra Waaqa ch'aqasu dide, gaafa inni, ato Nuhuni hobolo jaaratu obsaani eege. Nama saddeeti ka hobolo keesa jiru ch'allati bahe.


Ato Nuhufi Danielifi Ayubu, jari kunini saaddeeni achi jiraatele, dansumti worraa worruma ch'alla baafti. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Waaqi Abrahamufi d'aloota isaati kakhate, Lafa ch'ufa sii kenna jed'eeni, Wonti kakhu tana kennaniifi waan Abrahamuuni Seera jabeeseeniti, ammo waan inni d'ugefannaani Waaqi d'uga heregeefi.


Akuma bari Nuhu jiru, bari Ilma Namaleeni jira.


isaani takaa tahu. Anini ammatana d'uga nami Seera guutu argatu tokole inqabu. Anini amma d'uga ta d'ugefacha Yeso Kristotiini argatani qaba, d'uga Waaqa biraa d'uftu, ta d'ugefachaani argatani.


Nu inhereganna aka Waaqi d'uga nuu heregu; nu waan kana eeganna, jabeenna Lubbu Waaqa ta d'ugefacha teenna keesa hojattu suniini.


ato Nuhufi Danielifi Ayubuleni arti jiraatanile — jari kunileeni dandae ilmaani worrale imbaasu. Dansumti worraa lubbuma worra ch'allaa baafti.


Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.


Waaqi maro Yeso Kristo d'ugefataniifi nama ch'ufa d'uga heregaafi. Waaqi nama Kristo d'ugefate ch'ufa waan kana intolcha woldabraani injirtu:


Wonti akanatiifi Odu Dansa keesa Waaqi kara inni d'uga nama hereguuni agarsiisa: karaani suni d'ugefacha ch'alla. Akuma t'aafiini jettu, Nami Waaqi maro d'ugefachatifi d'uga hereguufi injiraata.


Farisayoofi Sadukayoni hedduuni aada batiso fed'achu d'umnaani, Yohanani waan worraani jed'e, Isani ilmaani bofaati, eentu dalansu hegeri duraa baqad'a isaniini jed'e?


Nami wo beekhu yo aka gaargali iti d'ufu argu duraa gora. Ammo nami woma imbeenne eegi keesa seene ufii gaaba.


AABBO Waaqi waan lubbu qaba, ka lafa gubba jira ch'ufa balleese — nama taanaani, bineensa taanaani, waan lafa ira lohule taanaani, ammalle simpirrele taanaani. Nuhufi waan isa woliini hobolo keesa jiru ch'allati hafe.


ammalle bisaani lolatiini lafti duri badde.


Waaqi lafa duri akanumati illakimne, ammo lafa worra Waaqa insodaanne bokaa gudda iti roobe fach'aani balleese; nami inni baase Nuhu ka d'uga barsiiseefi nama torba d'ibi.


Maqaani kiyya Simoni Petro, anini hojattufi ergattu Yeso Kristo. Anini tatabe tana gara worra d'uga Waaqaatiifi ta Qarqaarsa Yeso Kristotiini d'ugefacha dansa aka teenna argateti t'aafa.


D'ugefacha jechaani aka waan heregataniifi waan ilaani ingarre d'uga iti qabaatani.


Ammo d'ugaani nami d'ugefate argattu waan jettu, eennuti gubba d'aqa injed'ina (aka Kristo gadi buusani).


Inni eegi suni qabanqaba qabate, qabanqabaani tunini beesisa Waaqi isaa kenne, ka maro d'ugefacha isaatiifi d'uga isaa heregani agarsiifti, ato inni qabanqaba inqabatini. Tanaafi Abrahamuuni Abba worra Waaqa d'ugefate ka Waaqi d'ugaa heregeefi ch'ufa, ato qabanqaba qabachu d'ibaatele.


Haga lollaani d'ufe Nuhuuni hobolo inseeniini nyaatani d'ugani wolfuud'ani.


Me, anini waan kana ato guyyaani ingahiini ya isaniti hime.


Jennaani Lutuuni fulla soddowaani isaa d'aqe waan jed'eeni, Hurrisa, arma keesaa baha; AABBO Waaqi lafa tana balleesu fed'a. Ammo worri waanuma inni tabatu sehe.


Nuhuuni, akuma Waaqi jed'eeni, waan ch'ufa tolche guute.


Tunini odu Nuhufi worra isaa. Nuhuuni nama d'ugaati, bara suni nami wollaala inqamne isa ch'alla. Inni Waaqaani wold'aqani woliini taani.


Maani jenna re? Wonti nu jennu tana: Gochiti d'ibiini ta d'uga imbarbaanne maro d'ugefachatifi d'uga argatte;


Nami wo beekhu, yo d'iba iti d'ufu argu, duraa gora, ammo nami woi imbeenne d'iba kana keesa seene eege ufii gaaba.


Isani waan jibbani, ta nama rifachiisa, ta fulla qulqullo ejitu, ta raagi Danielini waan isii dubbate ya argitani (nami soomu ha hubatu)


Siifi ilmaani teetifi niiti teetifi ammalle nad'eeni ilmaani teeti ch'uftinu hobolo keesaa baha.


Nuhuuni waan ch'ufa, akuma Waaqi jed'eeni, tolche guute.


Wonti inni ufi haalatufi waan inni iyyanna d'ufiisa nyaapa himtu odu kaasu dideefi. Inni ato sila waan suni odu kaase duraa fa baha.


Oobju keesa Waaqi, Herodeti indachaiina worraani jennaani kaani, kara d'ibiini lafa ufiti galani.


Hujiini worri aka qaalole hojattu gaandidufi fakeennuma waan gubba jiraati. Musaleeni akuma kana. Gaafa inni diquma waaro ind'aabiini, Waaqi waan jed'eeni, Waan ch'ufa akuma gaara gubbati argite gula tolchi.


Eegad'a duuba, nama dubbatu ch'aqasu indidiina. Yo worri gaafa inni lafa keesati dubbate ch'aqasu dide imbaafamini, nuleeni dandeenne imbaafamnu, yo ka gubba nuti dubbatu ch'aqasu dinne.


Duuba niitiini ilmaani isii woliini mana olduudani balbala ch'ufatani; isiini dulo d'ad'a diqo taani fuute, akuma ilmaani isii dulo d'ibiini d'uftuni d'ad'a iti buufte.


Nami maro ch'ubbu tanteetifi gaargala argatu nama aka kanketi, yo waan dansa tolchitele nami qarqaarsa argatu isuma.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite