Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ebrania 10:2 - KITAABA WAAQA

2 Yo worra Waaqa kad'atu aka dansa daba iraa qulqulleesani, worri sila iti deebie daba ufirati inargu, sorio ch'ufa sila illakisani.

Gade chapit la Kopi




Ebrania 10:2
8 Referans Kwoze  

Ammo hataatu, Waaqi daba isanii araaramu anuma, anini fed'uma tiyyafi akasi tolche. Anini deebie daba keesani isaniti inheregu.


Atini ammalle deebite nuu naate ch'ubbu teenna ch'ufa nuraa fuute, d'immu baariini keesa buufta!


Akuma ilti boru ila aduu iraa fago jirtu, akasuma inni ch'ubbu teenna nuraa fageesa.


Anini ch'ubbu teesani yayu aka dumansa dabarse; nati deebia, nami isani baasu anuma.


Ammalle isiini waan jettu, Anini deebie dabaafi hameenna worraa tokole inqaabad'u.


AABBO Waaqi waan jed'u, Maro d'iiga sorio wold'aqisa ta nu woliini tolfannefi, anini gumi teesani boola bisaani inqamne keesaa baasa.


Tanaafi yo isani waan fed'i isaa guutanifi, gaargala isani himmalini argatani, Waaqi isani eebisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite