Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 8:9 - KITAABA WAAQA

9 Gaafa afrani suni toko iraa gaafi diqaani toko bahe; gaafa suni, irreeni isaa, bitaafi ila adutifi lafa gabboti ejiti.

Gade chapit la Kopi




Danieli 8:9
12 Referans Kwoze  

Nyaapi mirgaa d'ufu kaani waan fed'u worra tolcha, nami dandae d'owu injiru. Nyaapi suni lafa gabbo d'ufe waan fed'u keesati tolcha.


Ato anini tae gaafa isaa suni ilaalu, gaafi diqaani toko jiddu gaafa kaanitini bahe, gaafi diqaani suni gaafa gugurda kaani sadi bubuqise. Gaafi diqaani suni ila namaatifi afaani kiyyibo ufi totolcha qaba.


Tanaafi anini lafa gamooji suni keesati worrati kakhad'e waan jed'eeni, Anini lafa lafa ch'ufa ira mid'aadu, ta aananifi dammi aka lola yauti isani ingeesu.


Anini gaafasi worrati kakhad'e waan jed'eeni, Anini lafa Misiri keesaa isani baase lafa lafa ch'ufa ira dansaa, ta aananifi dammi aka lola yautini isani d'ufa.


Gaari Waaqaa Sionini d'eera mid'aaga. Dira hayyu guddaa suniti lafa ch'ufa gammadaani iti d'ufa.


Aka bubbe anini worra fuud'e lafa nyaapati firfirse. Akanaani lafti worraa dansaani tunini onte badde nama d'abde.


Ammalle malaikaani waan jette: Fulla isaa namicha hama toko ka huji sunii immaliniti hayyu taha; ammo inni tassa d'ufe kara sobaatini guddinna suni fud'ata.


AABBO Waaqi waan jed'u, Israeli anini ilma isani tolfad'e, lafa dansa lafa ch'ufa iraa mid'aadu isanii kennu fed'e. Ammalle waan isani aabbo nani jettanifi waan isani deebitani naraa gortani inseenne.


AABBO Waaqi gumi isa horsiise nyaapa worraale ira jabeenna kenneefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite