Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 7:7 - KITAABA WAAQA

7 Ammalle ato anini tae laalu, bineensi afreeso gadi bahe kunini gudda, hama, nama sodaachisu. Ilkaani isaa ka sibiilatini waan ijeesu gargari ch'ire ira ejaanjata. Inni bineensa kaani ch'ufa iraa gore, gaafa kud'ani qaba.

Gade chapit la Kopi




Danieli 7:7
17 Referans Kwoze  

Jennaani anini bineensa toko ka galaana keesaa bahu arge. Gaafa kud'anifi mata torba qaba, gaafa ch'ufa ira sure hayyumati jira, mata ch'ufa irati maqa hamama t'aafani.


Akheekhi d'ibileeni gubba bahe. Jawe diimtu guddo toko, ta mata torbaafi gaafa kud'ani qabdu jira, ammalle mata ch'ufa gubba sure qabdi.


Gaafi kud'ani, ka atini agarte, hayyoota kud'ani, ta ammalle imohatiini, ammo ta jabeenna mohatuuni, bineensa woliini, haga saa toko iti kennani.


Malaikaani Waan naani jette, Maafi maadefatte? Anini waan d'ossa ka niititiifi waan bineensa isii baatu, ka mata torbaafi gaafa kud'ani qabu siti hima.


Gaafi sunini aka male jabaate, Urji gubbale had'e haga toko lafati d'abbe ira ejaanjate.


Daayya suni keesa anini waan nama fakaata arge. Inni, ka dumansa keesa deemu, nati gadi d'ufe, namicha haga jiru jireenna jiru kaaniti qajeele, jennaani isa duraani d'ufani.


wonti anini oobju sunini arge tana: Bubbeeni gara ch'ufaa d'ufte bisaani baariini d'oofte chochoofte.


Anini worra daakhe aka biyye d'ukeese, aka d'oqe kara keesati ira sirba.


Bineensi atini argate suni duri injira, ammo amma injiru; diquma boola keesaa imbahiini, aka balleesani. Nami lafa keesa jiru, ka maqa worraa, ato lafti inuumamiini, kitaaba jireenna keesati int'aafiini, yo bineensa suni ilaalani imaadefatani. Wonti akanatiifi inni duri injira ammo amma injiru, hegeri imullata.


daayya keesa lafa Israeli na geese gaara d'eera ira na d'aabe. Anini ufi durati maneeni heddu dira fakaatu arge.


Duuba halkani suni waan d'ossani kaani AABBO Waaqi daayya keesa Danieliti mullise. Jennaani inni Waaqa gubba faarse waan jed'e;


Eenuti dandae boqo isaa ta ilkaani gagadeeni nama sodaachisani suni iti ejaanjani, bana?


Gaafi afrani, eegi gaafi qara kaani ch'abse bahe lafa hayyooti fidde, ta lafti iti gargari qoodamte, jabeenna qara kaani d'abde garsiisa.


Daayya d'ibi keesa anini nama haada woini biimani harkaa qabu arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite