Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 7:26 - KITAABA WAAQA

26 Jennaani gubbati kori tae dubbi suni laalani, jabeenna isaa iraa fuud'ani aka hama isa balleesani.

Gade chapit la Kopi




Danieli 7:26
8 Referans Kwoze  

Hojja suni lafti chochoote, qooda kud'anneeso ka dira hobaasani, nami kunki torba, lafti chochoonaani, raawate. Nami hafe sodaate jabeenna Waaqa ka gubbaa faarse.


Jennaani Hamaani Suni mullate, Aabbo Yesoni hafuura afaani isaatiini isa ijeese, d'ufiisa isaa ka guddinnatiini lafaa isa balleesa.


Jennaani namichi haga jiru jireenna jiru kaani d'ufe, gumi qulqullo Waaqa guddati d'uga galche. Inni gumi suni jabeenna worri lafaani fidu kenneefi.


Ilma Hoola inhad'ani ammo Ilme Hoolatiifi jari d'uga ka isii gula yau, ka isiini fohate yaamte worra dabsata, waan isiini guddo abbooti ch'ufatiifi, hayyu hayyoota ch'ufa tatefi.


Qorsumaani isaa ta d'ugatiifi ta qajeelaati! Inni ya sharmut'iti guddo ta hameenna ufitiini lafa balleesite wollaala iti mure. Waaqi ya maro isiini tissele isaa fit'eefi gaargalche jettu.


Inni waaro isaa ta hayyule jiddu baariinitifi gaara Mani Waaqa iraa eju d'ad'aaba. Ammo taatule inni ka wahela inqamne qofuma dua.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite