Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 7:20 - KITAABA WAAQA

20 Anini ammalle waan gaafa isaa kud'annaani kaanitifi gaafa didiqa eege bahe, gaafa sadeeni kaani bubuqise, beekhu fed'e. Gaafi sunini ilaafi afaani kiyyibo ufi totolcha qaba, ammalle gaafa kaani ch'ufa ira nama mudamsiisa.

Gade chapit la Kopi




Danieli 7:20
9 Referans Kwoze  

Wonti daayyani suni d'ooftu, ka inni nati hime tana: Bineensi afreeso suni lafa hayyuuni fidu toko ta lafa hayyuuni d'ibiini fidu ch'ufa iraa gortu. Isiini lafa ch'ufa ira ejaanjatte balleesiti.


Ato anini tae gaafa isaa suni ilaalu, gaafi diqaani toko jiddu gaafa kaanitini bahe, gaafi diqaani suni gaafa gugurda kaani sadi bubuqise. Gaafi diqaani suni ila namaatifi afaani kiyyibo ufi totolcha qaba.


Ato anini tae ilaalu, gaafa diqa kaani, ka tae kiyyibe ufi saadu, d'agaye. Jennaani ato anini tae ilaalu bineensa afreeso kaani ijeesani reefa isaa ibida keesa buusani gubani.


Akheekhi d'ibileeni gubba bahe. Jawe diimtu guddo toko, ta mata torbaafi gaafa kud'ani qabdu jira, ammalle mata ch'ufa gubba sure qabdi.


Ammalle ato anini tae laalu, bineensi afreeso gadi bahe kunini gudda, hama, nama sodaachisu. Ilkaani isaa ka sibiilatini waan ijeesu gargari ch'ire ira ejaanjata. Inni bineensa kaani ch'ufa iraa gore, gaafa kud'ani qaba.


Jennaani anini waan bineensa afreeso kaani, ka bineensa kaani sadeeni iraa gore, beekhu fed'e — bineensa hama nama mudamsiisu, ka waan ijeese qeench'a isaa ka sibiila diimatifi ilkaani isaa ka sibiila guraachatini gargari ch'ire miilaani ira ejaanjattu.


Ato anini tae ilaau, gaafi suni gumi Waaqa qulqullo taani had'e dabsate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite