Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 7:19 - KITAABA WAAQA

19 Jennaani anini waan bineensa afreeso kaani, ka bineensa kaani sadeeni iraa gore, beekhu fed'e — bineensa hama nama mudamsiisu, ka waan ijeese qeench'a isaa ka sibiila diimatifi ilkaani isaa ka sibiila guraachatini gargari ch'ire miilaani ira ejaanjattu.

Gade chapit la Kopi




Danieli 7:19
4 Referans Kwoze  

Ammalle ato anini tae laalu, bineensi afreeso gadi bahe kunini gudda, hama, nama sodaachisu. Ilkaani isaa ka sibiilatini waan ijeesu gargari ch'ire ira ejaanjata. Inni bineensa kaani ch'ufa iraa gore, gaafa kud'ani qaba.


Ato anini tae gaafa isaa suni ilaalu, gaafi diqaani toko jiddu gaafa kaanitini bahe, gaafi diqaani suni gaafa gugurda kaani sadi bubuqise. Gaafi diqaani suni ila namaatifi afaani kiyyibo ufi totolcha qaba.


Anini ammalle waan gaafa isaa kud'annaani kaanitifi gaafa didiqa eege bahe, gaafa sadeeni kaani bubuqise, beekhu fed'e. Gaafi sunini ilaafi afaani kiyyibo ufi totolcha qaba, ammalle gaafa kaani ch'ufa ira nama mudamsiisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite