Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 6:1 - KITAABA WAAQA

1 Darioni nama d'ibbafi diddama, ka isa jala hojatu lafa inni fidu keesaa fohate.

Gade chapit la Kopi




Danieli 6:1
9 Referans Kwoze  

jennaani nami gosa Medi toko ka Dario jed'ani, ka ganni isaa jaatami lama hayyuma fud'ate.


Dubbini arma keesati t'aafani bara hayyuuni Ahasuero lafa fide taate. Gaafasi inni lafa d'ibba tokotifi diddami torba, ta lafa Hinditi ejite haga lafa Kushi geetu, mohate.


worra gugurda d'ibile, ka inni aka worra daba tolchu gaargalche worra waan dansa tolchu saaduufi ergele guuta.


Jennaani hayyichi hojattu isaa ch'ufa wolti yaame: jara gugurda, jaarole gugurdo makaloota, jara isaa mala d'au, jara beese olkayu, jaallaboota, shumoota, jara gugurda lafa suni ch'ufa. Duuba inni, koota, akheekha woi ka anini old'aabe kana eebisu fed'a jed'e, worra ch'ufa wolti baase.


Jara suni malele, inni Danielifi nama lama d'ibi, ka worra suniti mataa tahe waan hayyu jabeesu, fohate.


Gosa ch'ufa had'iisa Babiloniti kurfeesa, hayyoota Meditifi jaaroleefi jara worraa gugurdafi askarti lafa worri mohatu keesa jirtule woliini baasa.


Namichi gosa Medi toko, ka Dario jed'ani, ka ilma Ahasuero, lafa Babiloni mohate.


Nami na kalche na qorqoratu isuma.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite