Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 5:27 - KITAABA WAAQA

27 Tekeli sii yayu biimani sablinna kanke argani;

Gade chapit la Kopi




Danieli 5:27
10 Referans Kwoze  

Waaqi ha d'ugaani qore, aka anini ch'ubbu inqamne arguuti.


Hujiini nama ch'ufa Guyya Kristoni d'ufu mullatti. Ibidi Guyya suni huji nama ch'ufa imullisa. Ibidi ilaaleti jabeenna isii agarsiisa.


Nami hafuuruma baafatani fakaata; diqaafi guddaleeni akuma taka jira, woma keesa injiru. Miisana gubba kai, biimi worri diqole inuulfatu, hafuurale ingahu.


Worra sunini, booru woma keesa injirre jed'aniini, wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi, ya worra dide.


Nami kara ufi ch'ufa qajeela seha, ammo AABBO Waaqi herega nama ch'ufa imbeekha.


AABBO Waaqi waan jed'e, Namicha, haadu qara qabdu fud'ad'i areedaafi mata keetile ch'ufa haadi. Duuba rifeensa suni misana irati biimi, fulla saditi gargari qoodi?


Nami waan tolchu ch'ufa qajeeltu seha, ammo AABBO Waaqati herega nama ch'ufaa beekha.


AABBO Waaqi waan worra Ashuru akana jed'e: Worri deebie ilmaani ind'alu, tanaafi maqaani worraa imbada. Anini waan worri harkaani boch'e mid'aasu, ka mana waaqoota worraa keesa jiru, ka worri kad'atu, imballeesa. Anini worra Ashuruti awaala qotuu jira — worri jiraachu himmalle!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite