Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 4:22 - KITAABA WAAQA

22 Ee hayyicha, mukhi d'eerani jabaani suni si. Atini guddatte, guddinni kanke waaqa d'aqabe, jabeenni kankeleeni muumme lafa ch'ufaa gaha.

Gade chapit la Kopi




Danieli 4:22
18 Referans Kwoze  

Jennaani Nathanini waan Daudini jed'e, Nami suni siuma. Tuleeni waan AABBOONI Waaqi Israeli jed'e, Anini si muude, hayyu Israeli si tolche, harka Saulo keesaa si baase.


Wonti akanatiifi daba isii haga gubba gahuti wolti tuulani. Waaqi kara isii hama inqaabata.


Yohanani waan Herodeni jed'e, Aki atini niiti oboleesa keti barattu fullaaniti.


Jaalalti tante ta ind'umanne gubbaa geeti; d'ugaani tanteeleni dumansati ejiti.


Ee AABBO Waaqa, jaalalti tante ta ind'umanne gubbale ingeeti; d'ugaani teetileeni dumansale bira dabarti.


Duuba raaga AABBO Waaqa tokoti jira, ka Odedi jed'ani, ka worri isaa Samaria. Inni duula Israeli ka Samariati galu jiru fuula keesa d'ufe waan jed'eeni, AABBO, Waaqi ababoota teesani, ya worra Yudati dallane worra harka keesaniti kenne, ammo amma tana inni aka isani worra qaqaltani suni layu d'agaye.


Duuba oobjate, riiqa d'eera gubbafi lafati eju, ka malaikaani gula gabuute gula oldeebitu, arge.


Jennaani waan jed'ani, Koota me, dira jaaranne, mana d'eera ka fiit'eeni isaa Waaqati ejitule jaarra, aka gurra baafanne lafa ch'ufa keesa gargari imbaane.


AABBO Waaqi waan jed'u: Duri risa gudda tokoti jira, ka koola baricha mid'aaga qabu. Inni gara gaareeni Lebanoni barise, fiit'e dame hind'eesa ch'abse,


Mukhi suni guddate old'eerate, waaqati eje, duuba nami laafa keesa jiru ch'ufti dandae arga.


ka obeensi mid'aaga, ka mid'aani heddu, nama lafa keesa jiru ch'ufa gaha qabu; ka bineensi ala jala boqote, simpirreeni dameele isaa irati mana jaaratu.


Qalbini nati deebinaani, ulfinnaafi jabeennafi guddinna kiyya ch'ufa naa deebisani, anini akuma kaani deebie hayyu tahe. Hojatufi jari gugurdaani kiyya aka jaba na fud'ate finna kiyya ka duri kaaniti na deebisani, haga qarale iraa na ulfeesani.


Irreefi jabeenna kiyya guddaani anini lafafi namaafi bineensa lafa keesa jiru ch'ufa uume, lafa suni nama anini jaalad'u kenna.


Barafi wogaale ch'ufa isumati harkaa qaba; hayyule isumati barch'uma ira teesise, ammalle iraa buusa; nami qaroomafi hubacha namaa kennu isuma.


Jii kud'ani lama hobaanaani Nebukadrezani, ato mana isaa ka Babiloni gubbaa deemu,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite