Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 4:15 - KITAABA WAAQA

15 Ammo hundafi hidda lafa keesati hambisi, hunda isaa suni sibiila guraachafi diima iti kayi hid'i, lafuma keesati buuyooni woliini lakisi. Duuba ha fiit'eesi isa jiisuti, ha bineensafi buuyo woliini tauti.

Gade chapit la Kopi




Danieli 4:15
6 Referans Kwoze  

Ato atini ilaaltu, ee hayyicha malaikaani gubbaa ga buute waan jette, mukha kana muri, balleesi, ammo hunda isaa lafati hambisi. Sibiila guraachafi diima iti kayi hid'i, buuyo woliini achumati lakisi, duuba ha fiit'eesi isa jiisuti; ha ganna torba bineensafi buuyo woliini tauti.


oobju na mudamsiiftu oobjad'e, hiriba keesa daayya naa naasiftu arge.


Jennaani nama qaqaro Babiloni ch'ufa wolti yaame, waan oobjuuni suni d'ooftu gaafad'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite