Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 12:2 - KITAABA WAAQA

2 Nami hedduuni ka qara due inkaa: ka gari jireenna ind'umanne argata, ammo ka gari ch'eera ind'umanne argata.

Gade chapit la Kopi




Danieli 12:2
19 Referans Kwoze  

Worri keenna ka duri due injiraata, reefi worraa inkaa. Nami due awaala ufi keesa jiru ch'ufti kae gammadaani sirba. Akuma fit'eesi lafa godde jiisu, akasuma AABBO Waaqi nama duri due kaasa.


Worra kana gara gaargala ind'umanne ergani, worra d'uga gara jireenna ind'umanne ergani.


Tanaafi fagi, waan atini worra kiyya ka Israelitini jettu, Anini, AABBO Waaqi guddaani, awaala keesani bane reefa keesani keesaa fuud'e, lafa Israeliti isani deebisa.


Ammalle anini nama due, diqaafi guddale, ka barch'uma guddinna dura tatau arge. Kitaaba heddu banani ammalle toko d'ibile banani, kitaaba worra jiru. Worra qara due waan worri tolche gula qorani, akuma kitaaba keesati t'aafani.


Akuma worri Waaqa abdatu, anileeni akasuma abdad'a, aka nama ch'ufa, hamafi dansale, duisa keesaa kaasani.


Nu aka Yesoni due kae d'ugefanna; tanaafi aka Waaqi worra d'ugefate ka duele isa woliini d'ufuuni ind'ugefanna.


Worri hojja galu, reefa worra na dide arga. Raamooni worra nyaatu haguma jirtu indootu, ibidi worra gubu haguma jiru ind'aamu. Reefa suni nami ch'ufti ilaani jibba.


Ammo ee, AABBO Waaqa, atini ka irreefi jabeenna qabdu kalcha tiyya, tanaafi nami na gaargalchu na dabsachu dad'aba. Worra haga jiru jireenna ch'eersani, waan tokole dabsachu dad'aba. Ch'eera worra haguma jirani inded'ani.


Anini gumi tana boola nama due keesaa baasa? Yokhaani duu d'owa? Ee duisa, gaargali kanke me? Ee boola, had'aani tante meeti? Anini iti deebie worra kanaa innahu.


Nami eele suni d'au, akuma fed'u d'oqe tolcha, yo fed'e eele lama d'oqe tokooni mid'aasa, yo fed'e ta gati guddo yokhaani ta gati diqo mid'aasa.


Jennaani inni jilbifate qonqo olfud'ate waan jed'e, Aabbo, ch'ubbu tana worrati inheregiini. Eegi waan kana jed'e due.


Nama qaroomuma isaatini saadani, ammo daalle daallumuma isaatini tufatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite