Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 11:8 - KITAABA WAAQA

8 Inni akheekha waaqa worraatifi miha worqifi qarsi ka waaqa sunii kennani boojie lafa Misiritiini gala. Eegi lafti ganna heddu nagaya horatte

Gade chapit la Kopi




Danieli 11:8
17 Referans Kwoze  

Waaqa worrale ch'ufa gubde waaqa woma keesa injirre, ka nami mukhaafi d'akha boch'e harkaani mid'aafatu.


Ato Israeliini aka ilaadu baate mid'aadele, bubbeeni AABBO Waaqa gara ilaboruti lafa aloo keesaa d'ufte, maddofi eela worraa gossite, waan dadansa ch'ufa iraa fud'atti.


Kormi kunini ka ogeeyiini Israeli mid'aasite waaqa akami? Laki, waaqaniti! Korma worqi ka Samaria keesati kad'atani gargari ch'ach'absani!


Sagale dansaafi foonifi daad'ile dide, rifeensale haga torbaani sadi dabraniti filachu dide.


AABBO Waaqi guddaani, Waaqi Israeli, waan jed'u, Anini Amoni, waaqa Thebesitifi Misirifi waaqoota isiitiifi hayyoota isiile ch'ufa ingaargalcha. Anini hayyu Misiritiifi nama isa abdatu ch'ufa fuud'e,


Inni hobolo hobolo ch'ufa ira guddotifi ta iraa mid'aadule ch'ufa bisaani keesa lit'isisa.


Mikaani waan jed'eeni, maanti lafa jira akami? Qaallu kiyyafi waaqa anini mid'aafad'e ch'ufa ya fud'atani itiini d'aabatani, maanti na hafe?


Fulla worra ta woyyu ch'ufa balleesa, d'akha woyyu, aka worri old'ad'aabe ch'ufa, ch'ach'absa. Akheekha waaqa worra ka Ashera jed'ani gubaa waan worri boch'e aka waaqa kad'atu gargari ch'ira, aka deebiani fulla suniti inkad'anne.


ka worri Misiri gaafasi ilmaani worraa ta angafa ta AABBO Waaqi fit'e awaalachu jiru. Akanaani AABBO Waaqi aka waaqa lafa Misiri ch'ufa ira irre qabu agarsiise.


Halkanuma suni anini lafa Misiri keesa bahe angafa namaatiifi ka horifi bineensale ch'ufa ijeesa; ammalle waan harkaani boch'ani Waaqoota jed'ani lafa Misiri keesati kad'atani ch'ufa imballeesa. Anini AABBO Waaqa.


Anini aka atini guddo worra keesaniti galu feetu imbeekha, ammo maafi waaqoota kiyya, ka anini manati kad'ad'u, hatte deemataani?


hayyuuni mirga kaani d'ufe isa had'a, ammo taatule hayyu suni dabsatani lafa Isati galchani.


Worri Filisti baqannaani waan harkani boch'ani ka worri kad'atu lafati lakise jennaani Daudifi jari isaa d'ufe, guure itiini d'aabate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite