Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 11:38 - KITAABA WAAQA

38 Ammo waaqi inni guddisu waaqa maneeni jajabdu qorqoratu. Inni waaqa taka ababooti isaa inkad'atiini, worqifi qarsifi d'akhaye ch'uch'ulut'ufi waan dadansa d'ibile ch'ufa baasafi.

Gade chapit la Kopi




Danieli 11:38
8 Referans Kwoze  

Lubbuuni Waaqa akuma dansa himti, aka nami gari eegi tana d'ugefachu lakise; lubbu d'aratiifi barsiisa jinni gula yau.


Nami waan harkaani boch'ani waaqa tolfatu woma keesa injiru, wonti worri mid'aafate kad'atu sunileeni woma imbaatu. Nami waan akana kana kad'atuleeni balla, ammalle woma imbeekhu — worra inuma ch'eersani.


worqifi qarsifi d'akha dadansafi dooqafi booftafi woya didiimtufi woya mid'aadufi shiida; mukha dadansafi miha gosa ch'ufa ka ilka arbatiifi ka mukha gati guddotiifi ka saldaqatiifi ka sibiilatiifi ka ch'abbi mid'aasaniini.


Eegi bulti diqo nami fiit'a isii toko hayyu taha. Inni askarti hayyu lafa mirga had'e, dira worra jajaba seene worra dabsata.


Hayyichi suni waaqa ababooti isaa kad'atufi waaqa nad'eeni jaalatule yalabaha. Inni waaqa tokole womatu indaru, wonti akanatiifi inni waan waaqa ch'ufa ira jiru ufi seha.


Ammalle jara waaqa d'ibi kad'atu yaame, maneeni jajabdu tana qorqorad'a jed'aani. Inni nama isaa saalfatu guddinna gudda kenne nama heddu mohachise lafale kennaafi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite