Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 11:25 - KITAABA WAAQA

25 Inni garaa jabaate duula gudda kaase hayyu lafa bitaa had'a. Hayyuuni lafa sunileeni kurfefate, duula jaba toko kaase isale had'a; ammo ha taatu inni maro mala iti d'awatanifi dandae indabsatu.

Gade chapit la Kopi




Danieli 11:25
6 Referans Kwoze  

Tanaafi wonti anini amma siti himu kunini dubbi d'ugaati. Malaikaani waan jette, Hayyoota sadi d'ibiti lafa Ajemi mohata; ka afreeso ka kaani ch'ufa ira dureesa, eege d'ufa. Gaafa inni guddo wo horate gurra baafate, inni lafa Grikitiini morke nama ch'ufa iti kaasa.


Nami ufooni waan hamtuni lafa d'ufa, ammo nami AABBO Waaqa d'ugeefatu waan guddo horata.


Nami miira diqa yoosu namaani wold'abani, ammo nami miira gudda nageele.


Ilmaani hayyu lafa mirgaa duula gudda kaafte lola kurfefatti duuba duuli suni d'ufe aka lolaa worrati fach'ae, dira worraa jajaba ch'ufa had'a.


Hayyuuni lafa bitaa jaba taha, ammo jari isaa gugurdaani nami toko isale ch'aale lafa ta isale ira guddole mohata.


Gaafa muummeeni geete hayyuuni lafa bitaa d'ufe isa had'e, hayyuuni mirgaleni fardafi gaari fardi hirkisufi hobolooni d'ufe isa ufi ira had'a. Inni akuma bisaani faach'aani, lafa fud'atani lafa heddu fud'ata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite