Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 11:24 - KITAABA WAAQA

24 Inni tassa d'ufe, lafa dureeti had'e, waan ababooti isaa takaa intolchini tolcha. Duuba waan lola keesati boojie ch'ufa jara isaatini gargari qoodata. Inni mala d'aate dira jajaba had'a, ammo guyyaani isa ingababata.

Gade chapit la Kopi




Danieli 11:24
11 Referans Kwoze  

Yesoni herega worraa beennaani waan jed'e, Maafi garaa keesani keesati hameenna akana kana hereddani?


Inni Waaqa gudda miid'e, gumi Waaqale dabsa. Ammalle inni seerafi aada worrale ch'ufa garagalchu fed'a, gumiini Waaqaleeni ganna sadiifi jia jaa isa jalati bulti.


Wonti AABBO Waaqi guddaani Goguni jed'u tana: Hojja guyyaani sunini gahu, atini mala hama d'aate


Inni ka garaa inqamne afaanini kooti nyaad'i d'ugi sini jed'a.


Nami ch'ufti nama guddinna qabu sosobe durati ufi mid'aase akasiini naasifata; nami ch'ufti jaala nama namaa nahu tau fed'a.


Nami nama gumbeesu, waan nama suni falfale waan fed'u ch'ufa ira argatu ufi seha.


Worri kanke dira jajabaafi lafa dadansaafi maneeni miha dansa qabdufi haroole qara qotanifi mukeeni ejersatifi mukeeni mid'aanitifi, zabibule boojie. Waan fed'ani ch'ufa sooratani gabbatanini, waan dansa atini kenniteefi ch'ufa iraa gammadani.


Duuba worri qarsi torbatama ta mana waaqa worra ka Baal-Berithi jed'ani keesa jirtu kenneefi. Duuba qarsi tanaani inni worra seseega toko bitate, ka isaa woliini yae.


Ammalle aka biyyeeni lafa dansatiifi yokhaani aka lafti mukha qabdu qorqorad'a. Garaa jabaad'a, mid'aani lafti suni baaftu guura, kootani. Yoi kunini yo mid'aani zabibu ka qara bilchaatani.


Anini gaarafi baleele keesa nagayaani worra marra dansa tikhachisa, ammalle marra dansa lafa Israeli ch'ufa.


Inni gosa d'ibi sobe, akasiini goli woli tahani, ammalle ato inni gosa diqo mohatele kara sunini guddo jabaata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite