Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Danieli 11:11 - KITAABA WAAQA

11 Hayyuuni lafa bitaa dallane, hayyu lafa mirgaa had'e duula isa gudda kaani dabsate.

Gade chapit la Kopi




Danieli 11:11
13 Referans Kwoze  

Anini aka inni elemo suni dallansuuni had'e, gaafa isaa lachu ch'abse, arge. Elemoni irre isaani ufira d'owu d'abe, durati lafa d'ae, inni ira ejaanjate, nami isa baasu injiru.


Hayyuuni lafa bitaa jaba taha, ammo jari isaa gugurdaani nami toko isale ch'aale lafa ta isale ira guddole mohata.


Duuba qonqooni mirgaafi ilaboruti d'ufte isa mudamsiifte, inni aka hama dallane, d'aqe, nama heddu had'e fit'a.


Inni yayu hayyu lafa nami keesa tau ch'ufa si tolche, horifi bineensafi simpirre ch'ufa si jalati bulche. Mataani worqi suni sii.


Nami gosa tana ch'ufa harka hojattu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloniti kenne anuma, anini bineensa alalle ch'ufa isa jalati bulche.


Dallansuuni namaa faaru guddooni sii d'ufti; nami woraana jalaa bahe jila tante jabeesa.


Raagi gara Ahabu d'aqe waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan jed'u, Waan worri Shamu kunini, inni waaqa diidatiniti waaqa gaareeni male jed'eefi, anini duula worra ka muumme inqamne kana harka keetiti kenne, duuba siifi worri kanke aka anini d'uguma AABBO Waaqa hubattani.


Jennaani hojuma suni raagi toko gara hayyu Ahabu d'aqe waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan siini jed'u, Duula gudda muumme inqamne suni ind'eetini! Anini arra worra ch'ufa harkuma kanketi kenna, duuba atini aka anini d'uguma AABBO Waaqa akasiini beeta.


Inni waan duula suni dabsate nama heddu fit'eefi koora, ammo eegi suni deebie woma indabsatu.


Gaafa muummeeni geete hayyuuni lafa bitaa d'ufe isa had'e, hayyuuni mirgaleni fardafi gaari fardi hirkisufi hobolooni d'ufe isa ufi ira had'a. Inni akuma bisaani faach'aani, lafa fud'atani lafa heddu fud'ata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite