62 Guyya gudda kana ch'ufa worri waan kiyya dubbate mala nati d'aata.
Tanaafi amma fagi waan jettuuni, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u: gaafa gochiti d'ibiini ta nyaapa keesani isani qabde isani saamte, worri gaafasi worra Israeli miid'e.
Arabi worraa aka bofa hama nama ijeesu jira; dubbini worra aka had'aa buuti jirti.
Ch'ubbuuni araba worra ira teteeti; dubbini worra ch'ufti ta ch'ubbuti; worra ha kiyyiba worra keesati qabaniti! Waan worri nama abaare d'ara dubbatufi,
Arabaafi dubbi hamtu worri dubbatu ch'aqasi arabi worra aka goraade jira; worri waan jed'u, Eenuti nu d'agaya.
Jennaani biyyiti waan jette, Koota, mala d'awanna aka Yeremia balleesinu! Nu qaalole nu barsiiftufi jaarole qaqaro mala nu d'ooftufi raagoota dubbi Waaqa nu faddu lafa teenna keesa haguma jirule ind'amnu. Koota, dubbi isaa dinne isa himanna.