Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Boha 3:40 - KITAABA WAAQA

40 Koota me, aka dansa ufi qorre AABBO Waaqati deebina.

Gade chapit la Kopi




Boha 3:40
22 Referans Kwoze  

Ufi ilaala, ufi qora, aka, d'ugefacha keesa teetani ufi agartani. Isani aka Kristo Yesoni isani keesa jiru beetu? Yo isani ufi injibaatiini.


Anini waan amala kiyya herege, duuba miila kiyya kara kanke gula qajeelche.


Sodaad'a, ch'ubbu lagad'a; yo ch'aliftani, sire teesani ira ch'iiftani, waan kana guddisa herega.


Ch'ubbichi ha kara ufi lakisu, nami hameenna gula deemu ha herega ufi garagalfatu. Inni ha AABBO Waaqa keennati deebiu. Duuba inni naheefi hurrise araaramaafi.


Koota, AABBO Waaqati deebina! Inni qara ya nu tatarsaase, ammo inuma nu fayyisa; ya nu madeesele, ammo mada teenna inuma hid'aniti?


Nami ch'ufti ufi qorqorachu male, duuba qit'a nyaate mudunu ha d'ugu.


Nu yo sila qaraa fiit'e ufi ilaale, qorsuma Waaqa keesa induunu.


Duuba jecha hayyutifi ka jaarole gula, nama lafa Yudatifi ta Israeli keesa qonqo tanani ergani: Worra Israeli, isani ka lafa tana keesati harka worra Ashuru jalaa baatani, amma AABBO Waaqa Abrahamutifi ka Isaaqotifi ka Yakobooti deebia, innileeni isanumati deebia.


Inni hameenna tolchu jiru arge iraa deebia, tanaafi inni induu, lubbu bula.


Yo isani AABBO Waaqati deebitani, worri duri oboleyaanifi ilmaani teesani boojieleeni worraa nahe lafa tanati worra galcha. AABBO Waaqi keesani eebaafi naasu qaba, hojja isani isati deebitani inni isani indidu.


Yo wonti hedduuni isaniti buute, gaargali isani qabate, isani eege AABBO Waaqa keesaniti deebitani d'ugeefatani.


Qara worra Damaski barsiise, ammalle worra Yerusalemu barsiise, duuba eege nama lafa Yudea ch'ufaafi ka gosa d'ibile ch'ufa barsiise aka worri daba lakise Waaqati deebie huji daba iraa deebiti garsiisu.


Tanaafi isani ammatana Waaqa keesani d'ugeefad'a, iti deebia; jaalalaafi d'uga jabeesa, biraa indeemina, obsaa, waan Waaqi keesani tolchu eega.


Anini deeme fulla tiyyati deebia, haga worri wollaala ufii arge na barbaaduti. Hegeri worri gaargala ufii keesa na barbaada.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite