Boha 3:39 - KITAABA WAAQA39 Nu maanifi gungumna, yo wollaala keenna jed'ani nu d'aanani? Gade chapit la |
Duuba inni nama erge Elisha yaame. Hojja suni Elishani jaarole keessuma tokooni woliini worra ufi jira. Ato namichi hayyuuni erge ind'ufini Elishani waan jaaroleeni jed'e me ilaala, hayyichi harka d'iiga kaani nama na ijeesu nati erguti jira! Amma yo nami suni armaani bahe, balbala iti ch'ufa, seenu d'owa. Hayyichileeni faanuma isaa jira.