Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Boha 3:33 - KITAABA WAAQA

33 Inni laalefachafi d'ukubsacha namatiini d'ufu iraa ingammadu.

Gade chapit la Kopi




Boha 3:33
8 Referans Kwoze  

Duuba waan jettuuni, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini inkakhad'a, aka hojja ch'ubbichi duu ingammanne. Anini sila fulla suni aka inni ch'ubbu lakise jiraatu fed'a. Worra Israeli, ch'ubbu teesani iraa deebia. Isani maafi duu feetani?


Anini, AABBO Waaqi guddaani, nama tokole ka duu infed'u, ch'ubbu teesani iraa deebia, jireennati baha, jed'a.


AABBO Waaqa akuma duri gaara Perasimutifi bale Gibeoni keesati nama had'e had'a, aka inni waan tolchu fed'u tolchu, ato waan nami dandae inhubannele taate. Inni huji isaa ta nami dandae inhubanne hobaasu male intau.


Nu dandeenne Waaqa gudda ind'aqamnu, jabeenna isaa dandeenne iti ind'iaannu; inni nama indabsu, d'uga gula nama qajeelcha.


Gaafa atini qara na inqajeelchiini, anini wollaala tolche ammo ammatana anini dubbi tante inguuta.


Gaargali atini na gaargalchite naa dansa seera kanke na barsiise.


Hojja hid'ansa keesati nama ch'ach'arasani AABBO Waaqi imbeekha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite