Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Boha 2:20 - KITAABA WAAQA

20 Ee AABBO Waaqa, worra atini gaargalchite kana laali! Nad'eeni ilmaani ufi ta d'alte fooni nyaachu ya malte? Qaaloleefi raagootale Mana Waaqa keesati ya fit'u malani?

Gade chapit la Kopi




Boha 2:20
24 Referans Kwoze  

Gaafa gumi tiyya balleesani, waan hamtu taka inarginiti worra kiyyati bue, haawani ilmaani ufi d'alte naasu d'abde, d'aabate nyaate.


Nyaapi dira marse, nama keesa jiru hobaasu fed'a. Duuba worri dira suni keesa jiru maro gaargala sunitifi fooni woli nyaate ilmaani ufile nyaata.


Qaaloleeni woraanaani doote, nad'eeni worraale boohufi d'owani.


Ammo wonti woni sunini taatefi maro raagooti isi ch'ubbu tolchite, ammalle qaaloleni isiileeni nama wollaala inqamne d'iiga buufteefi.


Duuba anini waan jed'e, Ee AABBO Waaqa gudda, gumi taante tana, ta atini jabeenna harka keetitiini fuute, lafa Misiri keesaa baafte, imballeesini.


Ammo Musani AABBO Waaqa isaa kad'ate waan jed'e, AABBO Waaqa atini maafi worra kanke ka atini lafa Misiri keesaa irre tante guddooni baafte akana iti dallanta?


Maro waan kanatifi worri Yerusalemu ilmaani ufi nyaate, ilmaanileeni worra isaani nyaati. Anini isani gaargalche, nama keesani ka lubbuuni baheele lafa ch'ufa keesa gara ch'ufa firfirsa.


AABBO Waaqi worra firfirse, deebie qaabachu dide. Ammalle dubbi qaaloleefi raagoota, tufate.


Anini goli tiyya yaamad'e, ammo worri na qarqaaru dide. Qaaloleefi jari gugurdaleni ato waan liqimsu ka ufiini jireesu barbaadu kara dira keesati raawate.


raagooti dubbi d'ara ch'alla fadde; qaaloleeni dubbi worraa gula yaate, gumiini tiyyaleeni waan suni iti quufte. Ammo guyya muumme maani tahani?


Beelti isaniti hammate, duuba akasiini isani ilmani teesani d'iirafi dubrale nyaatani.


Nami diraa ch'ufti maafi dibbise wolti baha? Nami ch'ufti maanifi lalabe gammada? Nami keesani ka due woraana keesati indoone.


Tanaafi AABBO Waaqi hayyu Babiloni had'iisa worraati erge. Hayyuuni suni, Mana Waaqa keesaleti, kaima Yuda heddu, hobaase. Inni nama tokole, diqaafi gudda, d'iirafi nad'eeni, jaarsafi jaarti tokole naasu d'abeefi bahu d'owe.


Ammo siifi jaarole teetifi nama woraanafi beelafi d'ukuba ira hafe ch'ufa harka hayyu Nebukadrezatifi nyaapa keesani ka isani ijeesu fed'uti kenna. Duuba Nebukadrezani naasu male isani ch'ufa hobaase nama tokole hafu d'owa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Jennaani Waaqi waan worraani jed'e, Mana kiyya kana t'ureesa, ch'icha isale reefani guuta. Amma kaa hojad'a! Duuba akasiini worri kaani kae, nama dira keesa jiru hobaase.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite