Bahisa 9:22 - KITAABA WAAQA22 Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Harka d'eerefad'i olqabi, aka bokai d'akhaani roobu lafa Misiri keesafi namafi horifi ammalle waan oobru ke jiru ch'ufati roobu. Gade chapit la |
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini Harunini jettu, Ule tante fud'ad'u, bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufa ira olqabi, galaana taanaani, dambala taanaani, haro taanaani, fulla bisaani naqattu ch'ufa ira olqabi. Duuba bisaani lafa Misiri keesa jira ch'ufti d'iiga tahani. D'iigi sunini waan bisaani iti woraabani ch'ufa ka mukhaafi d'akhaani mid'aasani guuta.