Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 9:15 - KITAABA WAAQA

15 Anini sila yoona harka olfud'ad'e d'ukuba sifi nama kanke ch'ufati buuse, lafa keesa isani balleese.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 9:15
13 Referans Kwoze  

Duuba anini harka kiyya iti olfud'ad'e worra Misiri d'ae waan mama jabdu iti tolcha. Eegi suni inni isani galakisa.


ammo Waaqi worra daba lafa keesaa balleese, nama ch'ubbule aka mukha lafa keesaa buqisa.


Dabi Yeroboamuni tolche sunini worra isaatiifi d'aloota isaa ch'ufa balleese hobaase.


Bisaani deebiani, gaari fardi hirkisufi worra fardaani yaufi worra Farao ch'ufa ira deebiani, tokole bahu d'owani.


Ammo wonti anini isani fit'u dideefi, aka isani irre tiyya agartani, gurri kiyya lafa ch'ufaa gahu.


Duuba boriyya AABBO Waaqi waan kana tolche; looni worra Misiri ch'ufti hobaani, ammo horiini gosa Israeli tokoleeni indoone.


anini gaargala guddaani isaniti d'ufe d'ukuba hama hori keesaniti buusa — farda keesani, harre, gaala, looni ammalle ree.


Maro tana hojatu tanteetiifi worra Misiri ch'alla ingaargalchu, ammo sile ingaargalcha, aka akasiini atini aka Waaqi d'ibiini na male lafa keesa injirre beetu.


Isani ana, AABBO Waaqa ka jabeennaafi irre ufitini lafa Misiri keesaa isani baase ch'aqasu maltani. Isani na durati gajettani, sorio naa baasu maltani.


Gochiti lafa gubbaa jirtu, ta aka gosa Israeli, ta atini tissooma jalaa baafte nama kanke tolfate injirtu. Wonti mama guddooni ta atini worraa tolchite yayu gurra kanke lafa ch'ufaani qit'eesite. Atini gosa d'ibifi waaqa worrale, ato worri atini lafa Misiriti baafte kanke tolfate d'ufu jiru, duraa gussite.


Halkani suni malaikaani AABBO Waaqa fulla duuli Ashuru jiru d'at'e, askarti nama kuma d'ibbafi saddeetami shani hobaafte. Boriyyaate lafti bariinaani reefa ufuma ch'iisu argani!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite