Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 9:14 - KITAABA WAAQA

14 Maro tana hojatu tanteetiifi worra Misiri ch'alla ingaargalchu, ammo sile ingaargalcha, aka akasiini atini aka Waaqi d'ibiini na male lafa keesa injirre beetu.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 9:14
27 Referans Kwoze  

Inni waan jed'eeni, Ha bori taatu, Musani waan jed'eeni, Aki atini jette ha tahu. Akanaani aka Waaqi d'ibiini, ka aka AABBO Waaqa keenna jiru, injirre beeta.


Anini Yohanani, nama dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu d'agaye ch'ufa gorsa: yo nami waan d'ibi iti dare, Waaqi gaargala kitaaba kana keesati t'aafani nama suniti dara.


Maro waan kanatifi gaargali isii ch'ufti guyya toko isii d'aa: D'ukubafi lalefachafi beeltileeni; ibidaani isi gubani. Wonti akanatiifi Aabbo Waaqi ka isi qoru guddo jaba.


Tanaafi anini amma maro daba keesanitiifi isani balleesa.


Anini dira kana aka takaa inargini balleese, duuba nami d'aatu bahe dabru ch'ufti rifate maadefate afaani qabata.


Ee AABBO Waaqa, nami aka keeti lafa keesa injiru; atini gudda, maqaani kankeleeni gudda, ammalle jabeenna qaba.


Waan duri tahe qaabad'a, Waaqi anuma, ka d'ibiini injiru. Anini Waaqa, nami aka kiyya d'ibiini injiru.


Ee AABBO Waaqa, waaqi d'ibiini ka aka keeti tokoleeni injiru, ka waan atini hojatte taka hojate injiru.


AABBO, nami tokoleeni ka aka keeti injiru; nu yo ch'ufa imbeenna, aka atini ch'allaani Waaqa.


kad'acha worraa d'agayifi. Hojja worri kanke ka Israeli nami tokoleeni gaargala ufi arge, harka ufi gara Mana Waaqa kana qabe Waaqa kad'ate,


Atini akami gudda, ee AABBO Waaqa! Nami tokoleeni ka aka keeti injiru; nu yo ch'ufa imbeenna, aka atini ch'allaani Waaqa.


Eentu dandae harka Waaqa jaba ka irre qabu jalaa nu baasa? Waaqi kunini Waaqa worra Misiri lafa alooti hobaase!


anini dallansu tiyya keesa isaniti gargale gaargala keesani haga qarale ira guddisa.


Hojja isani akuma kaani nati hammatani na ch'aqasu diddani anini ammalle gaargala keesani maro torba haga qara kaanile ira isaniti dara.


Hojja eegi waan kana ch'ufa gartanile na ch'aqasu diddani, anini gaargala keesani maro torba iti dara.


Anini sila yoona harka olfud'ad'e d'ukuba sifi nama kanke ch'ufati buuse, lafa keesa isani balleese.


Ee AABBO Waaqa, Waaqi d'ibiini aka kanke jiru eenu? Eenuti aka kanke qulqullooma gudda qaba? Eenuti waan mamatiifi huji jabdu aka kanke dandae tolcha?


AABBO Waaqa, gudda, anini imbeekha aka wonti atini na garsiiftu kunini iti keeyacha waan gugurdo nama mamsiisa, ka atini takaa tana tolchitu. Waaqi tokoleeni, ka waan guddo mama aka atini tolchite kana tolchu, gubbaafi lafale injiru!


Wonti AABBO Waaqi waan kana ch'ufa isani garsiisefi, aka, isa male, waaqi d'ibiini injirre, isani garsiisa.


Anini AABBO Waaqa, ana male waaqi d'ibiini tokoleeni injiru. Ato atini na beekhu baatele, anini irre sii kenna.


Eenuti si guddisu dida, ee hayyu gosa ch'ufa? Guddinni waan sii male. Nami aka keeti tokoleeni lafa keesa injiru, nama qaqaro lafa ch'ufaatifi hayyootale keesa.


Naamafi isa gargari baasani, qalbini isaa gargalte ta bineensa taate. Inni harre diidatiini woliini alati gale, aka karaaba buuyo nyaate, alati gale, fiit'eesi guyya ch'ufa isa jiise. Duuba eege inni aka Waaqi guddaani nama fide nama fed'u ch'ufa hayyu tolchu ee jed'e.


Tanaafi Harunini bisaani Misiri ch'ufa harka ira olqabate, raachi gabaafate lafa Misiri ch'ufa guute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite