Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 8:9 - KITAABA WAAQA

9 Musani waan jed'eeni, Anini inuma kad'ad'a, ammo hojja anini sifi hojattu teeti, worra lafa teetiti kad'ad'u nati himi, aka raacha suni sifi worra kanke keesaa balleesani galaana Nile ch'alla keesati hambisani.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 8:9
8 Referans Kwoze  

Ammo AABBO Waaqi waan jed'u, D'agaraani, Anini nama naani hojatu ira jira ufiini injed'a? Wonti woini murani nama woini muru ira jirti? Bokuuni nama oli infuud'u, namati isa olifuud'a male.


Jennaani Eliyaani waan raagoota Baalitini jed'e, Isanitu nama heddu, korma toko fuud'a na durati qala. Qoraani kana ibidaani intuqina, Waaquma keesani ch'alla kad'ad'a.


AABBO Waaqi waan Gideoni jed'e, Nami si woliini jiru muumme inqabu, anini dandae worra Midiani harka worrati inkennu. Hegeri worri kiyyibe waan jed'u, Numati harka keennani ufi baase jed'a.


Jennaani Faraoni Musafi Haruni yaame waan jed'eeni, AABBO Waaqa kad'ad'a aka inni raacha kana naafi lafa tiyyale iraa balleesu. Anileeni worra keesani galakisa, aka d'aqani sorio Waaqaa baasani.


Inni waan jed'eeni, Ha bori taatu, Musani waan jed'eeni, Aki atini jette ha tahu. Akanaani aka Waaqi d'ibiini, ka aka AABBO Waaqa keenna jiru, injirre beeta.


Haga AABBO Waaqi galaana d'ae bulti torba bulani.


Raachi sifi worra keeti, hojattu teeti, worra lafa teeti ch'ufa iraa bade galaana lafa Misiri ch'alla keesati hafa.


AABBO Waaqi waan jed'eeni, Anini yayu worra araarame, kad'a tante gula.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite