Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 8:30 - KITAABA WAAQA

30 Duuba Musani, Farao biraa deeme AABBO Waaqa kad'ate.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 8:30
5 Referans Kwoze  

Duuba Musafi Harunini Farao biraa yaani, Musani waan raacha suni, ka AABBO Waaqi Faraotiini d'ufe, Iraa balleesi jed'e, Waaqa kad'ate.


Tanaafi daba keesani wolti himad'a, Waaqa woli kad'ad'a, aka fayyitani. Kad'achaani nama d'ugaa waan jabdu, guddo wo baati.


Musani Farao biraa deeme dira keesaa bahe harka olfud'ate AABBO Waaqa kad'ate jennaani mandisuuni ch'itte, bokai d'akhaani roobu kaanifi bokeeni ch'ufti ch'aame.


AABBO Waaqi akuma Musani, kad'ate tolcheefi. Tuuti tiite taani ch'ufti Faraofi hojattu isaatiifi gosa Misiri ch'ufa iraa badde; tiiteeni tokochi qubaleeni inhamne.


Musani Farao biraa deeme AABBO Waaqa kad'ate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite