Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 40:8 - KITAABA WAAQA

8 Naabo jaari, golla balbala iti mid'aasi.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 40:8
8 Referans Kwoze  

Gumi keesaleti Waaqi ya nama ch'ufa fulla ufi kenneefi: qaraa fiit'e ergattu, ta lameeso raagoota, ta sadeeso barsiiftu; duuba jara waan mama tolchuufi ka d'ukuba fayyisufi ka nama qarqaarufi ka nama dura deemuufi jara afaani d'ibiini dubbatu.


Anini siti hima: Maqaani ke Petro yokhaani d'akha, d'akha kana gubbati anini gumi tiyya ijaara. Dooti dandeete jabeenna isii indabsattu.


Musani Waarofi waan mesa fakaata kaani naaboni marse jaare, balbala naabo suni golla iti fannise. Akanaani huji isaa hobaasa.


Qori guddo bisaani iti d'iqatani Waarofi waan aka mesa ka sorio irati baasani kaani jiddu d'aabi bisaanini guuti.


Duuba Waarofi miha isiile eebisi, d'ad'a qulqullooni muudi, aka isiini qulqullo taatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite