Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 39:36 - KITAABA WAAQA

36 mesafi miha isaa ch'ufafi qit'a Waaqaa baasani;

Gade chapit la Kopi




Bahisa 39:36
6 Referans Kwoze  

Solomonini ammalle miha Mana Waaqa, ka worqiini mid'aasani, mid'aase: Waan sorio irati baasani, mesa qit'a Waaqaa baasani ira kayani,


Ammalle hojja ch'ufa qit'a qulqullo mesa ira na dura kayi.


Inni Mana Waaqa olseene, qit'a Waaqaa baasani fud'ate, nyaate wahela isaleeni gahe — qit'a nami tokoleeni, qaalole male, nyaachu himmalini.


Sanduqa Wold'aqisa ka d'akha hahafalichafi kalcho isaatiifi qadaada isaa;


waan ifseeni ira ejitu, ka worqi qulqullitiini mid'aasani; ifse isaatiifi miha isaa ch'ufafi d'ad'a ifsele;


Mid'aani daakhani ka kilo kud'ani lama fuud'i, qit'a kud'ani lama d'aabi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite