Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 36:4 - KITAABA WAAQA

4 Jennaani ogeeyiini ta huji aka aka hojattu taani d'at'e

Gade chapit la Kopi




Bahisa 36:4
6 Referans Kwoze  

Eeba Waaqi naa kenneeni anini akuma ijaartu manaa yayaba manaa kaye, yayaba suni gubbati nami d'ibiini mana ijaaru jira. Ammo nami ch'ufti aka ijaaru ilaalu male.


Duuba Aabbooni waan jed'eeni, Gololchituuni qalbi qabdu ta abba ufi guute eennu re? Inni ka abbaani isaa waan ch'ufa harka isati kenne, hojattu d'ibi gololchi jed'uuni.


Hojattuuni d'ugatiifi qarooni tami? Inni ka abbaani isaa gudda hojattu ch'ufaa tolche, aka sagale hojja saatiini geetu kennuufi.


Nami achi hojattu ch'ufti aka dansaa hojate, Mana Waaqa mid'aasani, akuma qara kaaniti deebisani jabeesani.


Worri waan worri Israeli ijaarsa Waaro Woyyumati baase Musa iraa fuud'e. Ammo worri Israeli diirama ch'ufa waan fed'i ufii gula baase Musatiini d'ufe.


waan Musani jette, Biyyiti ya haga AABBO Waaqi jed'e ira dabarsite woini d'ufte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite