Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 34:8 - KITAABA WAAQA

8 Jennaani Musani hurrise lafati gajed'e kad'ate

Gade chapit la Kopi




Bahisa 34:8
5 Referans Kwoze  

Biyyiti dubbi suni ind'ugeefatte, ammalle aka AABBO Waaqi worra Israeliti d'ufe gaargala worraa arge d'ageennaani, mataani lafati gajejed'ani isa guddisani.


Jennaani Yehoshefathini biyya durati gajed'e addaani lafa tuqe, gumileeni akasuma gajette, AABBO Waaqa guddifte.


Abramuuni Waaqa dura gajed'e, Waaqi waan jed'eeni,


Gaafa isani lafa Misiri keesaa baatani, Haga jiru jireenna isani woliini taa jed'e, ammalle isanuma woliini jira, insodaatina jed'e.


Jennaani Yusufuuni Yakobo ijoolle iraa guure d'aatu isati jilbifate mataani gajed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite