Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 34:19 - KITAABA WAAQA

19 Ilma d'iira ka angafatiifi waan horiini goroomuma d'ale ka hanch'afa ch'ufti kiyya.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 34:19
7 Referans Kwoze  

Ilmaani d'iira ta angafa ta nad'eeni gosa Israeli d'alteefi ilme hanch'afa ta horiini worraa goroomuma d'ale ch'ufa naa baasa, isiini tiyya.


Mid'aanifi daad'i teesani keesaa sorio naa baasa; ammalle ilmaani teesani ta d'iira ta angafa naa kenna.


ilme hanch'afa ta horiini goroomuma d'aleefi ilmaani d'iira ta angafa ch'ufa AABBO Waaqaa baasa. Yabbiyeeni hanch'afa ta goroomuma d'alate ch'ufti ta AABBO Waaqa taati.


Wonti akanatiifi Seera Waaqa keesati waan t'aafani: ilma angafa ch'ufa Aabbo Waaqa baasu malani jed'ani.


Qaaloleeni waan oobruuni qaraa baaftu dadansaafi waan naa baasani d'ibile ch'ufa fud'achu malte. Biyyiti hojja qit'a d'aabdu ch'ufa qit'a qara d'aabad'u ha qaalole kennitu, aka akasiini eeba tiyya argattu.


Ilma angafa ka nuu d'alatu ch'ufa Mana Waaqa geesine qaaloleetini d'umna, aada seera keesati t'aafani gula. Ammalle nu watiyefi ilmoole ree, ta qara d'alatu ch'ufa, Waaqaa baamna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite