Bahisa 34:15 - KITAABA WAAQA15 Biyya lafa suni keesa jirtuuni wolti imataqiini, wonti akanatiifi worri hegeri sagale sorio, ta waaqoota isaani ka d'araatiini kad'atani iti si yaame si nyaachisa. Gade chapit la |
AABBO Waaqa waan Musani jed'e, Anini amma wold'aqisa worra Israeli woliini tolfad'a. Ammalle anini gumi tante durati waan mama ka ka durile ira jira lafa ch'ufa keesa yokhaani gosa ch'ufa durati tolcha. Ammalle gochiti d'ibiini ta d'aatu tante jirtuleeni waan nama bakhasa, ka anini AABBO Waaqi si tolchu kana inagarti.