Bahisa 34:10 - KITAABA WAAQA10 AABBO Waaqa waan Musani jed'e, Anini amma wold'aqisa worra Israeli woliini tolfad'a. Ammalle anini gumi tante durati waan mama ka ka durile ira jira lafa ch'ufa keesa yokhaani gosa ch'ufa durati tolcha. Ammalle gochiti d'ibiini ta d'aatu tante jirtuleeni waan nama bakhasa, ka anini AABBO Waaqi si tolchu kana inagarti. Gade chapit la |
Gochiti lafa gubbaa jirtu, ta aka gosa Israeli, ta atini tissooma jalaa baafte nama kanke tolfate injirtu. Wonti mama guddooni ta atini worraa tolchite yayu gurra kanke lafa ch'ufaani qit'eesite. Atini gosa d'ibifi waaqa worrale, ato worri atini lafa Misiriti baafte kanke tolfate d'ufu jiru, duraa gussite.