Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 33:7 - KITAABA WAAQA

7 Hojja worri Israeli qubate ch'ufa Musani Waaro Woyyuma fuud'e olla hanqise jaare. Waaro suni Waaro Woyyuma ta AABBO Waaqaa jed'aniini. Duuba nami AABBO Waaqa wo gaafachu fed'e ch'ufti achi d'aqe.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 33:7
17 Referans Kwoze  

Inni maro ch'ubbu teesanitifi isani d'agayu dida. Ch'ubbu teesaniti Waaqaani gargari isani baasa, hojja isani kad'attani.


AABBO Waaqi nama ch'ubbu qabu iraa fago jira, ammo kad'acha nama d'ugaa ind'agaya.


Bara Daudini lafa fidu suni oola jabdu gana sadi fud'atu tokoti lafa d'ufe. Jennaani Daudini waan oola suni AABBO Waaqa gaafate, AABBO Waaqi waan jed'eeni, Saulofi worri isaa worra harka d'iiga, ka nama fit'u. Inni worra Gibioni fit'e.


Achiti isani AABBO Waaqa keesani barbaaddani duuba yo isani garaa tokooni barbaaddani, inuma gartani.


Ammo ado worri ijoolle d'alellee, anini ch'ufa infit'a. Hojja anini worra kana lakisu gaargala hamaati iti d'ufa!


Ammo, ee AABBO Waaqa, atini waan kana ya agarte, ee Waaqa kiyya, afaani qabatte naraa infagaatiini!


Gaafa atini, kooti na kad'ad'i nani jette, anini, AABBO Waaqa ind'ufa;


Ee AABBO Waaqa, atini maafi fago nura ejite hojja nu gaargala qamnu nu d'okhatta?


Inni huji qaallu gudda Fulla Qulqulloti hojata, waaro Aabbooni d'aabe keesa, ta nami d'aabeeniti.


Duuba Musani sodda isaa fuula keesa deeme iti jige d'ungate odu iraa fuud'e gara waaro isaa geese.


Duuba soddaani Musa Yethrooni, hori sorio gubani baasanifi sorio d'ibile Waaqaa baase; Harunifi jaaroleeni Israeli ch'ufti d'ufte sagale sorio ta soddaani Musaa baase suni Waaqa durati nyaatani.


Duuba worri Israeli, eegi gaara Sinaiti godaane, deebie faaya ufii innaqanne.


Hojja Musani gara Waaro d'aqu ch'ufa biyyiti waaro ufii dura ejaanjite Musaa ilaalte, haga inni arti olseenuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite