Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 32:24 - KITAABA WAAQA

24 Anini, faaya worra ka worqi ch'ufaani koota jed'eeni, nami qabu ch'ufti guure natiini d'ufe. Anini duuba faaya kaani ibidati d'abbe jennaani jibichi kormaa kunini keesaa bahe.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 32:24
5 Referans Kwoze  

Inni qubele suni fuud'e basse tume, korma worqi mid'aase. Biyyiti Israeli waan woliini jette, Kunini waaqa keenna ka lafa Misiri keesaa nuu baase.


Akuma t'aafiini jettu: Nami d'uga qabu tokoleeni injiru,


Ammo inni ufi d'ugeesu fed'e waan Yesoni jed'e, Oboleesi kiyya eenufa?


Duuba AABBO Waaqi d'ukuba biyyati buuse, wonti akanatiifi worrati Haruni korma worqi irreeni mid'aasise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite