Bahisa 32:21 - KITAABA WAAQA21 Waan inni Harunini jed'e, Worri kunini maani si tolcheefi ch'ubbu akana hamtu tana keesa buufte? Gade chapit la |
Ee hayyicha, dubbi tiyya d'agayi yo nami beeni, Daudi had'i sini jed'e AABBO Waaqa taate, anini sorio baaseefi herega isaa garagalcha: ammo yo nama taate, AABBO Waaqi nama suni balleesinna. Wonti akanatiifi worri sunini lafa AABBO Waaqa keesaa na baase, lafa d'ibi anini waaqa d'ibi kad'ad'uni na d'ufe.