Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 31:1 - KITAABA WAAQA

1 AABBO Waaqi waan Musani jed'e,

Gade chapit la Kopi




Bahisa 31:1
6 Referans Kwoze  

Musani gumi worra Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, Wonti AABBO Waaqi tolcha isaniini jed'e tana.


Jennaani Musani waan worra Israelitini jed'e, AABBO Waaqi yayu Bezaleli, ilma Uri, ka ilma Huri, ka gosa Yuda, fohate


Nami harki wo tolchu beekhu, ka isani keesa jiru ch'ufti, koota waan AABBO Waaqi jed'e kana tolcha mid'aasa:


Bezalelifi Oholiabufi ogeeyi taani ch'ufti, ta AABBO Waaqi ogumafi hubacha kenneefi, ta waan ijaarsa Waaro qulqulloo male ch'ufa tolchu beetu, ha waan ch'ufa akuma AABBO Waaqi, Tolcha jed'e tolchaniti.


Bezalelini, ilmi Uri, ka akhaakhu Huri, ka gosa Yuda, waan AABBO Waaqi, Mid'aasa jed'e ch'ufa mid'aase.


Hujiini worri kunini hojatu aka Sanduqa Wold'aqisatiifi mesafi waan ifseeni ira ejitufi waan mesa fakaata ka sorio irati baasani lamaanifi miha qaaloleeni fulla qulqullo keesati hojatunifi golla balbala Fulla Ira Qulqullooti jiru qorqoratani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite