Bahisa 30:7 - KITAABA WAAQA7 Diirama ch'ufa yo Harunini ifse mid'aasu d'ufu, ha hit'aana urgaa aarsuti. Gade chapit la |
Anini Mana AABBO Waaqa kiyya keesati kad'atani jaara. Mana qulqullo suni keesa anaafi gochiti tiyya isa kad'anne, hit'aana urgaa aarsine, qit'a qulqullo guyya ch'ufa baamneefi, ammalle diiramafi galgala ch'ufafi guyya Sabatotifi guyya baatitifi guyya jila ch'ufa hori gumne sorio baamna. Duuba akasiini AABBO Waaqa keenna guddimna. Waan kana inni ya, haga jiru jireenna tolfad'a Israeliini jed'e.