Bahisa 30:10 - KITAABA WAAQA10 Guyya toko ganna keesa Harunini ha waan mesa fakaata kaani gaafa isaa afraanu d'iiga sorio dabaani ufi iraa baasani ibse, akasiini aada mesa suni guutu. Aada tana ha ganna ch'ufa haga jiru jireenna guutani. Mesaani kunini gara AABBO Waaqa waan guddo qulqullo. Gade chapit la |