Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 28:3 - KITAABA WAAQA

3 Ogeeyi ch'ufa ta anini qalbi kenneefi wolti yaami, ha woya Haruni suni mid'aasitu, aka isaa eebisani qaallu tolchani.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 28:3
16 Referans Kwoze  

ammalle Waaqa, Abba guddinna, ka Aabbo keenna Yeso Kristo, kad'ad'a, aka inni lubbu isani qaroomsite Waaqa isaniti mulliftu isanii kennu, aka isani baratani.


Lubbuuni AABBO Waaqa isa gubba teete, qaroomafi beekhaafi qalbi namaani fidani isaa kenniti. Inni fed'i AABBO Waaqa beekhe isa guddise, isa sodaate,


Galati dansaani ka namaa kennanifi ka namaa baasani ch'ufti gubba gadi d'ufa, fulla Waaqa, ka ifsa gubba uume. Inni injijiramu yokhaani garingalu.


Yoshua ilmi Nuni waan Musani harka ira kaye eebiseefi qarooma gudda argate.


Nami qarooma namaa kennu AABBO Waaqa, isa iraa beekhaafi hubachaani baati.


Ammalle inni yayu worra qalbi waan ch'ufa ta woini tolchanifi waan boch'anifi waan barreesanifi waan woya boofta, bule taanaani, bule diimtu taanaani, yokhaani dabassa diimtule taanaani kenneefi. Worri waan gosa ch'ufa ka harkaani tolchani oguma tolchuni qaba.


Jennaani Musani waan worra Israelitini jed'e, AABBO Waaqi yayu Bezaleli, ilma Uri, ka ilma Huri, ka gosa Yuda, fohate


Nad'eeni ogeeyileeni ch'ufti liilana boofta buletiifi bule diimtutiifi liilana dabassicha diima ka isiini qara mid'aasite d'ufteeni.


lubbu Waaqatini guute, beekhaafi qaroomale kenneefi ogeesa tolche,


Bezalelifi Oholiabufi ogeeyi taani ch'ufti, ta AABBO Waaqi ogumafi hubacha kenneefi, ta waan ijaarsa Waaro qulqulloo male ch'ufa tolchu beetu, ha waan ch'ufa akuma AABBO Waaqi, Tolcha jed'e tolchaniti.


Abbaani isaleeni gaafa jiru, nama Tiro, innileeni duri hogeesa sibiila diima tumu; haati isaleeni gosa Naftaliti. Huramuni nama qalbi qabu, ka guddo hogeesati. Inni yaamicha Solomoni d'ageennaani d'ufe huji isaa kennani suni ch'ufa guute.


Nami harki wo tolchu beekhu, ka isani keesa jiru ch'ufti, koota waan AABBO Waaqi jed'e kana tolcha mid'aasa:


Musani Bezalelifi Oholiabufi ogeeyi taani ch'ufa, ta AABBO Waaqi qalbi kenneefi, ammalle ta huji suni ee jette fud'atte, yaame, Huji hojad'a jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite