35 Fulla ira qulqullootini ala, gama mirga, d'aatu Waaro Woyyuma, mesa kayi, ammalle waan ifseeni ira ejitule gama bitaa kayi.
Ammalle waan ifseeni ira ejitu Waaro keesa gama bitaa, mesaani gama, kaye.
Inni mesa gama mirga gollaani ala Waaro keesa kaye,
Waaro d'aabani, bada isii Fulla Qulqullo jed'ani. Bada suni keesa ifsefi mesafi qit'a Waaqaa baasaniti jira.
Ifsa bobeesani qori iti ingombisani, ammo olfannisani, aka nami mana keesa jiru ch'ufti argu.
Mesaani kooti, miha ch'ufa ira naqi, ammalle waan ifse ira d'aabanileeni kooti, ifse ira d'aabi.