Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 26:26 - KITAABA WAAQA

26 Mukha d'adacha, ka utuba ira dadagalchani kud'ani shani Waaro gama toko mid'aasi, shani utuba moga toko ira dadagalchi,

Gade chapit la Kopi




Bahisa 26:26
11 Referans Kwoze  

ammalle Kristo, ka mataa isaatu ya jabeesu lakise. Qorqorti Kristo jalati nafi ch'ufti inquufa, mitafi maach'eerati wolti qaba, akuma Waaqi fed'u guddata.


Jabeenna isaatiini nafi keenna ch'ufti taka, ammalle nafi ch'ufti mita ufitiini wolti eja. Tanaafi yo mitaani ch'ufti garaa ufitiini hojate, nafi ch'ufti guddate jaalalaani jabaata.


Nu worri d'ugefacha jabdu qabu laafinna worra lalaafa obsine ulfinna isaanii baachu malle. Ufi ch'alla gammachiisu himmalle.


Worri miha kana baachu male: Utuba Waaro Woyyumatiifi waan ira dadagalchaniifi waan Waaroni ira ejitufi


Hujiini worra kanaa kennani, aka utuba Waaro Woyyumatiifi waan ira dadagalchaniifi waan jala d'ad'abaniifi waan woltiini d'aabani jabeesani qorqoratani.


goga elemiye ka hallu dibani; goga d'iisani; mukha d'adacha;


Duuba akanaani utubaani saddeeti tahe, ka kamu waan qarsiini mid'aasani ira d'ad'aabani lama lama qabu, ta wolti kud'ani jaa.


shanile utuba moga taani ira dadagalchi, ammalle shani d'ibile utuba moga ila adu jiru gama duubatiini ira dadagalchi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite