Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Bahisa 25:2 - KITAABA WAAQA

2 Waan atini worra Israelitini jettu, Wo naa baasa; duuba waan nami fed'i ufii gula baasu ch'ufa iraa fuud'i.

Gade chapit la Kopi




Bahisa 25:2
16 Referans Kwoze  

Tanaafi nami ch'ufti waan kutate ha baasuuti, garaa tokooni, irreeni injirtu, waan Waaqi nama gammadaani wo kennu jaalatuufi.


Hojja worri boojiani kaani Mana AABBO Waaqa ka Yerusalemutini bahe, jaaroleeni balbala gosa ta gari, fed'i ufi gula wo baafte, aka Mana Waaqa fulluma inni duri eju taani irati mid'aasani jaarani.


Biyyiti nama ufi baase Yerusalemuti godaane ch'ufa eebifte.


Ammalle atini qarsifi worqi, lafa Babiloni ch'ufa keesaa guurtefi waan worri Israelitiifi qaaloleeni Mana Waaqa isaani, ka Yerusalemu keesati baaftule, fuute deemuuni malte.


Nami olla worraa ch'ufti worra qarqaare, miha qarsiti, worqi, woreega, geejiba, waan dadansa d'ibifi waan Mana Waaqa keesati Waaqa baasanile kennanifi.


tana malele, sorio gubani guyya ch'ufa baasani taanifi ta guyya baati baasanifi ta guyya jila d'ibile AABBO Waaqa baasanifi waan fed'i gula AABBO Waaqa baasanile ch'ufa baasani.


Guyya atini nyaapa kanke haatu, nami kanke ufi gabaasa. Akuma fit'eesa ganamaa, kaima kanke gaareeni kanke qulqullo irati siti d'ufa.


Garaani kiyya worra gugurda askarti Israeli bira jira, worra garaa tokooni ufi gabaase. AABBO Waaqa faarsa!


Wonti akanatiifi anini qooda worri Israeli na baasu yayu d'aala worraa tolche. Tanaafi anini, worri kunini Israeli keesa d'aala inqabu jed'e.


AABBO Waaqi waan Musani jed'e,


Wonti atini worra iraa fuud'uu malte tana: worqi, qarsi, sibiila diima;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite